Publicidade

Isaías 41

17 Worri hiyyeeyyi'ii fi worri rakkataan,

bisaan hin barbaadatan;

ammoo hin dhaggatanu;

arrabi isaanii dheebu'uun gogeera.

Ani Mootiin Waan Maraa ammoo

daadimata isaaniitiif deebii hin kenna;

ani Waaqi Israa'elii isaan hin lakkisu.

Veja também

Publicidade
Bíblia Online Bíblia Online

Bíblia Online • Versão: 2026-06-22_10-02-25-