Pular para o conteúdo
Publicidade

Isaayaasii Raagichaa 44

3 «Ani lafa dheebisaa irratti bisaan baasee,

lafa godduu irralle lagi akka lola’u hin godha;

Ani sanyii teeti irratti Ayyaana kiyya,

ijoollee ijoollee teeti irralle’etti

eebba kiyya hin dhangalaasa.

4 Isaan akka marra bisilee diida keessaa

akka muka irga lagaa yennaa mara hin bisilan.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também