Pular para o conteúdo
Publicidade

Isaías 45

Mootiin Waan Maraa Qiiros Mootii Godhe

1 Mootiin Waan Maraa ka harka isaa middicha qabee,

gosa biyya adda addaa akka inni harka ifii jala galfatuuf,

mootota irraa meya woraanaa akka inni hiikuuf,

karri qacha’aa akka isatti hin cufanneef,

cufanaan isa duraa akka banamuuf,

Qiirosii akka mootii te’u muudeen,

Veja também