Publicidade

Isaías 45

9 Nama ka isa Dade woliin moromuuf aanne’e!

Inni akka faaraa

harka nama faara dhowu keessa jiruu ti;

faarri nama isa dhowuun,

«Ati maan hujaarta?» hin jedhaa ree?

Wonni inni dhowu sunille,

«Ati harka hin qaddu» hin jedhaa ree?

Veja também

Bíblia Online Bíblia Online

Bíblia Online • Versão: 2026-07-05_12-11-46-