Publicidade

Isaías 49

15 Mootiin Waan Maraa, «Haati annuu ifii ta hoosittu

dedhuu dandeettii?

Yookiin finna ifii ta deetteef hin marartuu ree?

Haati annuu ifii deetulle ani ijjumaa Xiyoon hin dedhu.

16 Ee Xiyoon, kunoo ani ganaa harka kiyyaa irratti

si barreeffadheera;

dalleenni keeti ka dhaka’aan ijaarame

yennaa mara fuula kiyya dura jira.

Veja também

Bíblia Online Bíblia Online

Bíblia Online • Versão: 2026-07-05_12-11-46-