Pular para o conteúdo
Publicidade

Isaayaasii Raagichaa 51

6 Ol jedha’aatii gara ol-gubbaaa,

gad jedha’aatii lafa ilaala’a;

ol-gubbbaan akka aaraa hin baddi;

lattille akka woya’aa hin dulloonti;

worri isii irra le’u akka tiitichaa hin dhumatan.

Fayyisiisi kiyya ammoo, haga bara baraa ti;

balchummaan tiyyalle ijjumaa dhuma hin qaddu.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também