Publicidade

Provérbios 11

24 Nami gariin toluma karra ifii namaaf kenna;

ammoo irra caalaa duroomaa deema;

nami gariin akka malee donnooma;

ammoo hiyyoommataatuma deema.

25 Nami arjaan hin durooma;

nami dheebuu nama baasulle

ifille’eef dheebuu hin baya.

Veja também

Bíblia Online Bíblia Online

Bíblia Online • Versão: 2026-07-05_12-11-46-