Pular para o conteúdo
Publicidade

Kitaaba Fakkeennaa 16:1,3,9,33

1 Nami gadhaa ifiititti hin yaadata;

yaada san guutuu ka dande’u ammoo

Mootii Waan Maraa qofa.

3 Waan gootu mara

Mootii Waan Maraatitti magannee kennadhu;

wonni ati yaaddu marti si’iif hin milkootti.

9 Nami gadhaa ifii keessatti karoora hin baafata;

Mootiin Waan Maraa ammoo karoora isaa san hin murteessa.

33 Murtee godhatiisaaf kolbaan hixaa buufatti;

waan mara ka murteessu ammoo Mootii Waan Maraa ti.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.