2 Nami gowwaan yaada ifii qofaa
namatti mudhisuu barbaada malee,
hubanti’itti hin gammadu.
13 Dubbii adoo hin caqasin deebii kennuun,
gowwumma’a;
fokko’olle’e.
17 Nami isa mormu dhufee haga isa mormutti,
nami dura dhufee dubbii ifii yaa’i’itti dhikeeffatu,
waan sirrii te’e fakkaata.