Pular para o conteúdo
Publicidade

Provérbios 18

20 Nami bu’aa waan afaan isaa keessaa bayuun quufa;

dubbii arrabi isaa dubbattelle’een dharraa baya.

21 Arrabi hunna du’aa fi jiru’uu qaba;

worri isa jaalatu bu’aa isaa hin nyaata.

Veja também