16 Qarummaan dubartii gaarayyeeffattuu,
ta jechoota gammachiisuun nama qaxafattu
jalaa si baachi.
17 Dubartiin tun dhirsa dargagumma’aan
heerumte lakkittee,
waadaa Waaqa duratti galte deeteerti.
16 Qarummaan dubartii gaarayyeeffattuu,
ta jechoota gammachiisuun nama qaxafattu
jalaa si baachi.
17 Dubartiin tun dhirsa dargagumma’aan
heerumte lakkittee,
waadaa Waaqa duratti galte deeteerti.