18 Manni isi’ii gara du’aa,
daandiin isi’ii gara ekera’aa geessa.
19 Worri gara isi’ii dhaqu hin deebi’u
yookiin daandii jiru’uu hin dhaggatu.
18 Manni isi’ii gara du’aa,
daandiin isi’ii gara ekera’aa geessa.
19 Worri gara isi’ii dhaqu hin deebi’u
yookiin daandii jiru’uu hin dhaggatu.