Pular para o conteúdo
Publicidade

Kitaaba Fakkeennaa 22:1,7,26,27

1 Durummaa guddo’oo mannaa, maqaa dansaa woyya;

meeti’ii fi worqii caalaa

fudhatama qabaachuu woyya.

7 Dureessi hiyyeessa bulcha;

ka liqeeffatulle ka liqeessuuf tajaajila’a.

Sadeessoo

26 Nama waada’aaf harka namaa dhowu,

yookiin liqa’aaf wobii dabaru hin te’in.

27 Ati waan kaffaltuu yoo dhadde,

itilleen teeti si jalaa hin fuudhatanti.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.