7 «Ani qaro’o!» ifiin hin jedhin;
Mootii Waan Maraa sodaadhu;
waan hantuu irraa fagaadhu.
8 Kun nafa keetiif fayyaa,
lafee teetiifille jabeenna hin te’a.
7 «Ani qaro’o!» ifiin hin jedhin;
Mootii Waan Maraa sodaadhu;
waan hantuu irraa fagaadhu.
8 Kun nafa keetiif fayyaa,
lafee teetiifille jabeenna hin te’a.