5 «Jechi Waaqaa marti dhuga’a;
inni worra gara isaa baqate maraaf wonte’e.
6 Jecha isaa irratti hin ede’in;
yoo akkas hin te’in inni si xixa;
dharaamessalle teetee hin dhagganta» jedhe.
5 «Jechi Waaqaa marti dhuga’a;
inni worra gara isaa baqate maraaf wonte’e.
6 Jecha isaa irratti hin ede’in;
yoo akkas hin te’in inni si xixa;
dharaamessalle teetee hin dhagganta» jedhe.