8 Sobaa fi dhara dubbatiisa na irraa fageessi;
sagalee guyyuma guyya’aan naa barbaachittu naaf kenni malee,
durumma’aa fi hiyyummaalle naa hin kennin.
9 Yoo akkas hin te’in,
ani quufee si hin mormadha;
‹Mootiin Waan Maraa eennu inni?› si’iin hin jedha;
yookiin hiyyoommadhee,
hatee maqaa Waaqa kiyyaa, maqaa keeti hin salphisa.