Pular para o conteúdo
Publicidade

Provérbios 31

24 Isiin quncee talba’aa irraa woyaa dhoottee gurgurti;

daldaltootaafille hiituu gurgurti.

25 Isiin hunnaa fi ulfinna akka woya’aa uffatti;

bara dhufaaru itti gammaddi.

26 Isiin qarumma’aan dubbatti;

afaan isi’ii keessa barsiisa dansa’atti jira.

27 Isiin jireenna maatii ifii akka dansaa eeddi;

isiin booseyaa moti.

Veja também