8 «Ati worra ifiif dubbatuu hin dandeenneef dubbadhu;
worra qarqaarsa hin qanne maraaf falmadhu.
9 Dubbadhu;
dhugaa muri.
Haqa hiyyeessaatii fi
rakkata’aatiif falmadhu» jette.
8 «Ati worra ifiif dubbatuu hin dandeenneef dubbadhu;
worra qarqaarsa hin qanne maraaf falmadhu.
9 Dubbadhu;
dhugaa muri.
Haqa hiyyeessaatii fi
rakkata’aatiif falmadhu» jette.
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.