Pular para o conteúdo
Publicidade

Kitaaba Fakkeennaa 4

20 Ilma kiyya waan ani jedhutti xiyyeeffadhu;

jecha kiyya midhassii caqasi.

21 Isaan ila teeti duraa hin gorin;

gadhaa keeti keessatti qabadhu.

22 Isaan worra isaan dhaggatuuf jiru’u;

nafa isaanii maraaf fayyinna.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também