Pular para o conteúdo
Publicidade

Kitaaba Fakkeennaa 6

Gaarayyeeffatiisa Irraa Ifi Eeggatiisa

20 Ilma kiyya, ajaja abbaa keetii eegadhu;

barsiisa haadha teetiille hin lakkisin.

21 Yennaa mara gadhaa keeti keessa keyadhu;

morma keetille’etti hidhadhu.

22 Isaan yennaa ati ideentu

si sooressan;

yennaa rattu si eegan;

yennaa ati dammaxxu

si’itti dubbatan.

23 Ajaji kun issa’a;

barsiisi kunille ifa;

qajeelfamaan sirreeffamiis

karaa jiru’uu ti.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também