Publicidade

Provérbios 6

6 Ati namicha booseya,

me dhaqiitii mixaa dhukkulle ilaali;

mala isaa ilaaliitii qaroo te’i.

7 Isaan sooressa,

toowataa yookiin bulchaa hin qabanu;

8 te’uu malee sagalee ifii ta bonaa,

waan isaaniif barbaachisu

yennaa midhaan galu keessa wolitti qabatan.

9 Ati namichi boosenni

haga yoomii achi ratta?

Ati yoom hirriibaa kaata?

10 Ati diqqoo adoo rattuu,

diqqoo adoo mudduu,

foorfatiisaafille

diqqoo adoo harka wol irra naqattuu,

11 hiyyummaan akka saantu’uu,

akka nama meya woraanaa hidhatee,

sitti hin dhufa.

Veja também

Bíblia Online Bíblia Online

Bíblia Online • Versão: 2026-07-05_19-25-13-