32 «Ammalle ilmaan tiyya, na caqasa’a;
worri karaa kiyya eegatu ka gammade.
33 Gorsa kiyya caqasa’aatii,
qaroo te’a’a;
gorsa kiyya cadhittanee hin ilaalina’a.
32 «Ammalle ilmaan tiyya, na caqasa’a;
worri karaa kiyya eegatu ka gammade.
33 Gorsa kiyya caqasa’aatii,
qaroo te’a’a;
gorsa kiyya cadhittanee hin ilaalina’a.