24 Ergasiis Daawud niitii isaa Batisheebaa ni jajjabeesse; dhaqees ishee wajjin ciise. Isheenis ilma deesseef; maqaa isaas Suleyimaan jedhanii moggaasan. Rabbii Allaahanis isa ni jaallate;