14 Isaanis lafee Saaʼolii fi lafee ilma isaa Yoonaataan biyya Biniyaam keessatti, iddoo Zeelaa jedhamutti qabrii Qiish abbaa Saaʼol keessatti qabbaranii waan mootichi ajaje hunda godhan. Sana booddee Allaahan duʼaa waaʼee biyyattiif dhiʼaate ni dhagaʼe.
Publicidade
2 Saamuʼeel 21
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.