Pular para o conteúdo
Publicidade

Apocalipse 1

7 "Kunoo, inni duumessa wajjin dhufa;1:7 Dan 7:13

iji hundinuu,

warri isa waraanan iyyuu isa ni argu;"

saboonni lafaa hundinuus "sababii isaatiif ni wawwaatu."1:7 Zak 12:10

Akkasuma taʼa! Ameen.

Veja também