Pular para o conteúdo
Publicidade

Mulʼata 13

2 Bineensi ani arge sunis qeerransa fakkaata ture. Miilli isaa miilla amaaketaa, afaan isaa immoo afaan leencaa fakkaata ture. Bineensi jawwee fakkaatu sunis humna isaa, teessoo isaatii fi taayitaa guddaas bineensichaaf kenne.

6 Innis Allaah arrabsuuf, Allaaha fi iddoo jireenya isaa, akkasumas warra shamaayʼun keessa jiraatan maqaa balleessuuf jedhee afaan banate. 7 Akka inni qulqullootatti waraana kaasee isaan moʼatuufis humni ni kennameef. Gosa hunda, saba hunda, afaanii fi sanyii hunda irrattis taayitaan ni kennameef.

Veja também