Pular para o conteúdo
Publicidade

Mulʼata 5

Kitaaba Maramaa fi Hoolaa Qalame

1 Anis harka mirga isa teessoo irra taaʼe sanaa irratti kitaaba maramaa keessaa fi duubaan itti barreeffamee chaappaa torbaan cufame tokko nan arge. 2 Anis malaʼikkaa Allaaha isa jabaa sagalee guddaadhaan, "Chaappaa hiikuun, kitaaba maramaas banuun kan maluuf eenyu inni?" jedhee labsu tokko nan arge.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também