Publicidade

Apocalipse 5

13 Anis ergasii uumamni shamaayʼun keessa jiru, kan lafa irra jiru, kan lafa jala jiruu fi kan galaana keessa jiru hundi, uumamni isaan keessa jiru hundinuus,

"Isa teessoo irra taaʼu sanaa fi Hoolichaaf,

galannii fi kabajni, ulfinnii fi humni,

bara baraa hamma bara baraatti haa taʼu!"

jedhanii utuu faarfatanuu nan dhagaʼe.

Veja também

Publicidade
Bíblia Online Bíblia Online

Bíblia Online • Versão: 2026-06-22_10-02-25-