Pular para o conteúdo
Publicidade

Hojii 19

11 Allaahan harka Phaawulosiitiin hojii dinqii kan akka malee dinqisiisu hojjechaa ture. 12 Kanaaf maarrabiin yookaan marxoon dhagna isaa tuqe iyyuu dhukkubsattootatti geeffama ture; isaanis ni fayyu; hafuurri hamaanis isaan keessaa baʼa ture.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também