Pular para o conteúdo
Publicidade

Hojii 2

3 Isaanis waan akka arraba ibiddaa2:3 Waan akka arraba ibiddaa – Ibiddi mallattoo argamuu Allaaha ti; murtii Allaaha wajjinis ni deema. tokko isaa gargar qoodamee dhufee tokkoo tokkoo isaanii irra bubbuʼu argan. 4 Hundi isaaniis Hafuura Qulqulluudhaan guutamanii akkuma hafuurri sun isaan dandeessisetti afaan gara biraatiin dubbachuu jalqaban.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também