Pular para o conteúdo
Publicidade

Hojii 20

36 Innis waan kana dubbatee isaan hunda wajjin jilbeenfatee Allaah duratti duʼaa godhe. 37 Hundi isaaniis akka malee booʼaa morma Phaawulositti marmanii isa dhungatan. 38 Wanni akka malee isaan gaddisiise akka isaan yeroo sanaa jalqabanii lammata isa hin argine dubbachuu isaa ti. Ergasii isaan hamma dooniitti isa geggeessan.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também