5 Saaʼolis, "Yaa Gooftaa, ati eenyu?" jedhee gaafate.
Innis akkana jedhee deebiseef; "Ani Iisaa isa ati ariʼattuu dha. Arfii wayii dhiituun suma miidha. 6 Amma kaʼii magaalaa seeni; wanni ati gootu sitti himamaatii" jedheen.