Pular para o conteúdo
Publicidade

Resultados da busca por "fé"

276 resultados encontrados

  1. 1 Crônicas 13

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 13
    Mostrando versículos 1–12 de 14

    1Daawud ajajjoota isaa hunda ajajjoota kumaatii fi ajajjoota dhibbaa wajjin ni mariʼate.

    7Isaanis taabota Allaaha sana gaarii haaraatti feʼanii mana Abiinaadaabiitii ni baasan; Uzaa fi Ahiiyoon gaarii sana oofaa turan.

    11Daawudis sababii Rabbii Allaahan akka malee Uzaatti dheekkameef ni aare; iddoon sun hamma harʼaatti Phereez Uzaa13:11 Phereez Uzaa jechuun galaafatamuu jechuu dha. jedhamee waamama.

    12Daawudis gaafa sana Allaah sodaatee, "Ani akkamittan taabota Allaaha gara mana kootti fiduu dandaʼa?" jedhee gaafate.

  2. Números 20

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 20
    Mostrando versículos 7–28 de 29

    7Rabbii Allaahanis Muusaadhaan akkana jedhe;

    22Sabni Israaʼel hundinuu Qaadeshii kaʼee Tulluu Hoori gaʼe.

    28Muusaanis uffata Haaruun irraa baasee ilma isaa Eleʼaazaaritti uffise. Haaruunis achuma tulluu sana gubbaatti duʼe. Muusaa fi Eleʼaazaaris tulluu sana irraa gad buʼan;

  3. Atos 11

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 11
    Mostrando versículos 7–24 de 30

    7Anis sagalee, ‘Yaa Phexros, kaʼiitii qaladhuu nyaadhu’ naan jedhu tokkon dhagaʼe.

    14inni ergaa sii fi namoonni mana keetii hundinuu ittiin fayyitan sitti hima.’

    24Inni nama gaarii Hafuura Qulqulluu fi amantiidhaan guutame ture; namoonni baayʼeenis Gooftaatti dabalaman.

  4. Êxodo 15

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 15
    Mostrando versículos 9–14 de 27

    9Diinni, ‘Ani faana buʼee isaan qaqqaba.Boojuu nan qoodadha;ani isaan irratti fedhii koo nan guutadha.Goraadee koo nan luqqifadha;harki koo isaan barbadeessa’ jedhee nan dhaadate.

    13Ati saba furte sana,jaalala kee hin geeddaramneen geggeessita.Jabina keetiinisgara iddoo jireenya keetii qulqulluutti isaan qajeelchita.

    14Saboonni dhagaʼanii hollatu;muddamsuunis saba Filisxeem qabate.

  5. 2 Coríntios 13

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 13
    Mostrando versículos 11–13 de 14

    11Egaa yaa obboloota nagaatti. Haaromfamaa; wal jajjabeessaa; yaada tokko qabaadhaa; nagaadhaan jiraadhaa. Allaahan jaalalaatii fi nagaa isin wajjin ni taʼa.

    12Dhungoo qulqulluudhaan nagaa wal gaafadhaa.

    13Sabni Allaaha hundinuu nagaa isinii dhaamu.

  6. Salmos 110

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 110
    Mostrando versículos 3–7 de 7

    3Gaafa ati waraanaaf baatu,loltoonni kee fedhee isaaniitiin si faana qajeelu.Ati gadameessa ganamaa keessaa,surraa qulqulluu gonfattee fixeensa dargaggummaa keetii qabaatta.

    5Gooftaan karaa harka kee mirgaa jira;inni guyyaa dheekkamsa isaatti mootota ni burkuteessa.

    7Innis laga karaa cina jiru keessaa ni dhuga;kanaafuu mataa ol qabata.

  7. Gênesis 34

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 34
    Mostrando versículos 9–18 de 31

    9Fuudhaa fi heerumaan walitti firoomnaa; intallan keessan nuu kennaa; intallan keenyas fuudhaa.

    16Ergasii nu intallan keenya isinii kennina; intallan keessan immoo ni fuuna. Gidduu keessan ni jiraanna; isin wajjinis saba tokko ni taana.

    18Dubbiin isaanii Hamoorii fi Sheekem ilma Hamoor ni gammachiise.

  8. 2 Samuel 19

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 19
    Mostrando versículos 12–35 de 43

    12Isin obboloota koo, foon kootii fi dhiiga koo ti; yoos mooticha fiduu irratti maaliif duubatti harkifattan ree?’

    18Isaanis maatii mootichaa simachuu fi waan inni barbaadu isaaf gochuuf malkaa ceʼan.Shimeʼiin ilmi Geeraa yommuu Yordaanosin ceʼetti mooticha duratti kufee

    26Innis akkana jedhee deebise; "Yaa gooftaa koo mooticha, ani garbichi kee waanan naafa taʼeef, ‘Akka ani yaabbadhee mooticha faana deemuu dandaʼuuf harreen koo naaf haa feʼamu’ jedheen ture. Ziibaan tajaajilaan koo garuu na gowwoomse.

    35Ani yeroo ammaa waggaa saddeettama guuteera. Ani waan gaarii fi waan hamaa addaan baasuu nan dandaʼaa? Garbichi kee miʼaa nyaataa fi dhugaatii beekaa? Ammas sagalee dhiirotaatii fi dubartoota sirbanii dhagaʼuu dandaʼaa? Yoos garbichi kee maaliif gooftaa koo mootichatti baʼaa dabalamaa taʼa ree?

  9. Gálatas 2

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 2
    Mostrando versículos 8–20 de 21

    8Allaahan akka Phexros ergamaa taʼee warra dhagna qabatan tajaajilu hojjete sun akka anis ergamaa taʼee Namoota Ormaa tajaajilu hojjeteeraatii.

    16namni Iisaa Al-Masiihitti amanuun malee akka seera eeguun qajeelaa hin taasifamne beekna. Kanaafuu seera eeguudhaan utuu hin taʼin amantii Al-Masiihii irratti qabnuun qajeeltota akka taanuuf Al-Masiihi Iisaatti amanneerra; eenyu iyyuu seera eeguudhaan qajeelaa hin taʼuutii.

    20Ani Al-Masiihii wajjin fannifameera; siʼachi Al-Masiihiitu na keessa jiraata malee kan jiraatu ana miti. Ani jireenya amma fooniin jiraadhu kana amantii Ilma Allaaha isa na jaallatee naaf jedhee of kennetti qabuun nan jiraadha.

  10. Esdras 2

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 2
    Mostrando versículos 6–54 de 70

    6sanyiin Fahat Moʼaab warri karaa Yeeshuʼaa fi Yooʼaab dhalatan 2,812,

    18sanyiin Yooraa 112,

    54sanyii Neziiyaa fi sanyii Haxiifaa

  11. Ezequiel 46

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 46
    Mostrando versículos 13–18 de 24

    13" ‘Ati guyyuma guyyaan xobbaallaa hoolaa waggaa tokkoo kan mudaa hin qabne aarsaa gubamu gootee Rabbii Allaahaf dhiʼeessuu qabda; waan kanas ganama ganama dhiʼeessita.

    16" ‘Rabbii Allaahan Gooftaan akkana jedha: Yoo bulchaan sun dhaala isaa irraa ilmaan isaa keessaa isa tokkoof kenne dhaalli sun sanyii isaatiifis ni taʼa; kunis dhaalaan handhuuraa isaanii taʼa.

    18Bulchaan sun qabeenya isaa irraa isaan buqqisee dhaala sabaa kam iyyuu fudhachuu hin qabu. Akka sabni koo kam iyyuu qabeenya isaa irraa hin buqqifamneefis inni qabeenya isaa irraa ilmaan isaatiif dhaala isaanii kennuu qaba.’ "

  12. Mateus 17

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 17
    Mostrando versículos 4–27 de 27

    4Phexrosis Iisaan, "Yaa Gooftaa, as jiraachuun nuuf gaarii dha. Yoo fedhii kee taʼe, ani daasii sadii jechuunis tokko siif, tokko Muusaaf, tokko immoo Iliyaasiif asitti nan ijaara" jedhe.

    20Innis akkana jedhee deebise; "Sababii amantiin keessan xinnaateefii dha. Ani dhuguman isinitti hima; isin utuu amantii xinnoo hamma sanyii sanaaficaa qabaattanii silaa tulluu kanaan, ‘Asii kaʼii achi darbi’ jechuu ni dandeessu; innis ni darba. Wanni isiniif hin dandaʼamne tokko iyyuu hin jiru. [

    27Garuu nu akka isaan hin mufachiifneef dhaqiitii okkoo galaanatti darbadhu. Qurxummii jalqabatti qabdus fuudhi; yommuu afaan isaa bantuttis maallaqa argatta. Maallaqa sanas geessiitii anaa fi ofii keetiif isaanitti kenni."

  13. Levítico 21

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 21
    Mostrando versículos 13–22 de 24

    13" ‘Dubartiin inni fuudhu durba taʼuu qabdi.

    19namni miilla yookaan harka cabaa qabu,

    22Innis nyaata Allaah isaa kan nyaata hunda caalaa qulqulluu taʼee fi nyaata qulqulluu nyaachuu dandaʼa.

  14. Isaías 11

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 11
    Mostrando versículos 4–15 de 16

    4garuu nama rakkataaf qajeelummaadhaan murteessa;hiyyeeyyii lafa irraatiifis murtii qajeelaadhaan murtii kenna.Inni ulee afaan isaatiin lafa rukuta;hafuura afaan isaatii baʼuun hamoota ni fixa.

    5Qajeelummaan teepha mudhii isaa ti;amanamummaan immoo sabbata mudhii isaa ti.

    15Rabbii Allaahan guutumaan guutuutti,galoo galaana Gibxi ni gogsa;inni bubbee isaa kan nama waxaluunharka isaa laga Efraaxiis irra sochoosa.Akka namoonni kopheen ceʼaniifisinni laga torbatti gargar isa qooda.

  15. Provérbios 16

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 16
    Mostrando versículos 8–31 de 33

    8Galii guddaa jalʼinaan argatan mannaawaan xinnoo qajeelummaan argatan wayya.

    20Namni gorsa fudhatu kam iyyuu ni milkaaʼa;kan Rabbii Allaah amanatus eebbifamaa dha.

    31Arriin gonfoo ulfinaa ti;innis karaa qajeelaadhaan argama.

  16. Jeremias 7

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 7
    Mostrando versículos 8–21 de 34

    8Isin garuu dubbii sobaa kan faayidaa hin qabne amanachaa jirtu.

    15Ani akkuman obboloota keessan jechuunis saba Efreem hunda fuula koo duraa ariʼe sana isiniinis nan ariʼa.’

    21" ‘Rabbii Allaahan Waan Hunda Dandaʼu, Allaahan Israaʼel akkana jedha: Aarsaa keessan kan gubamu qalma keessanitti dabalaatii foon nyaadhaa!

  17. 1 Crônicas 11

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 11
    Mostrando versículos 30–43 de 47

    30Maharaayi nama Netoofaa,Heeled ilma Baʼanaa nama Netoofaa,

    36Heefer namicha Mekeeraataa,Ahiiyaa namicha Pheloonaa,

    43Haanaan ilma Maʼakaa,Yooshaafaaxi namicha Miitinaa,

  18. Jó 35

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 35
    Mostrando versículos 2–10 de 16

    2"Ati waan kana qajeelaa seetaa?Ati, ‘Ani fuula Allaaha duratti qajeelaa dha’ jetta.

    5Ol jedhiitii shamaayʼuniiwwan ilaali;duumessoota siin ol jiranis argi.

    10Garuu namni tokko iyyuu akkana hin jedhu;‘Allaahan Uumaan koo, inni halkaniin faarfannaa namaa kennu,

  19. Salmos 40

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 40
    Mostrando versículos 3–13 de 17

    3Innis faarfannaa haaraa,Zabuurii galataas afaan koo keessa Allaah keenyaaf kaaʼe.Namoonni baayʼeen arganii Rabbii Allaah sodaatu;isas ni amanatu.

    4Namni Rabbii Allaah abdatu,kan gara of tuultotaa hin ilaalle,namni warra karaa irraa jalʼataniiwaaqeffatamtoota sobaa duukaa buʼinitti hin gara galle eebbifamaa dha.

    13Rabbii Allaah, na fayyisuutti gammadi;yaa Rabbii Allaah, na gargaaruudhaaf dafii kottu.

  20. Números 26

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 26
    Mostrando versículos 28–39 de 65

    28Ilmaan Yuusuf akkuma balbala balbala isaaniitti: Minaasee fi Efreem.

    32karaa Shemiidaa, balbala Shemiidaa;karaa Heefer, balbala Heeferotaa ti.

    39karaa Shefuufaami, balbala Shefuufaamotaa;karaa Huufaam, balbala Huufaamotaa ti.

Léxico (correspondência exata) Semântico (correspondência relacionada) Versículos omitidos Contexto do capítulo