Pular para o conteúdo
Publicidade

Resultados da busca por "fé"

276 resultados encontrados

  1. Êxodo 40

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 40
    Mostrando versículos 1–14 de 38

    1Rabbii Allaahan Muusaadhaan akkana jedhe:

    11Gabatee itti dhiqatanii fi miilla isaa dibiitii isaan qulqulleessi.

    14Ilmaan isaas fidiitii kittaa itti uffisi.

  2. Atos 13

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 13
    Mostrando versículos 18–40 de 52

    18gammoojjii keessattis gara waggaa afurtamaa isaanii obse.

    39Namni amanu hundinuu waan seera Muusaatiin furamuu hin dandaʼin hunda irraa karaa Iisaatiin furamuu ni dandaʼa.

    40Isinis akka wanni nabiiʼiyyoonni dubbatan sun isin irra hin geenyeef of eeggadhaa; innis akkana jedha:

  3. Josué 24

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 24
    Mostrando versículos 5–33 de 33

    5" ‘Anis Muusaa fi Haaruun ergee waanan achitti hojjedheen namoota Gibxi dhaʼichaan dhaʼee achii isin baase.

    13Ani akkasiin biyya isin itti hin dadhabinii fi magaalaa isin hin ijaarin isiniifan kenne; isinis isaan keessa jiraattanii iddoo dhaabaa wayiniitii fi muka ejersaa kan ofii keessanii hin dhaabin irraa nyaattan.’

    33Eleʼaazaar ilmi Haaruunis duʼee Gibeʼaa lafa biyya gaaraa Efreem kan ilma isaa Fiinehaasiif ixaadhaan kenname keessatti qabbarame.

  4. 1 Coríntios 6

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 6
    Mostrando versículos 3–19 de 20

    3Isin akka nu malaʼikkoota Allaahatti murru hin beektanii? Yoos hammam caalaa waan jireenya addunyaa kanaatti haa murru ree?

    17Namni Gooftaa wajjin tokko taʼe garuu Gooftaa wajjin hafuuraan tokko.

    19Isin akka dhagni keessan mana qulqullummaa Hafuura Qulqulluu isin keessa jiraatu, kan Allaah irraa argattan sanaa taʼe hin beektanii? Isin kan ofii keessanii miti;

  5. Gálatas 1

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 1
    Mostrando versículos 3–20 de 24

    3Abbaa keenya Allaaha fi Iisaa Al-Masiihi Gooftaa irraa ayyaanni isiniif haa taʼu. Assalaam aleeyikum;

    5ulfinni bara baraa hamma bara baraatti isaaf haa taʼu. Ameen.

    20Wanti ani isinii barreessu akka soba hin taʼin kunoo fuula Allaaha duratti isiniifin mirkaneessa.

  6. João 6

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 6
    Mostrando versículos 47–63 de 71

    47Ani dhuguman isinitti hima; kan amanu jireenya bara baraa qaba.

    54Namni foon koo nyaatuu fi dhiiga koo dhugu jireenya bara baraa qaba. Anis guyyaa dhumaatti duʼaa isa nan kaasa.

    63Kan jireenya kennu Hafuura; foon faayidaa hin qabu. Dubbiin ani isinitti dubbadhe Hafuura; jireenyas.

  7. Gênesis 19

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 19
    Mostrando versículos 6–37 de 38

    6Luutis jara sanatti gad baʼee balbala of duubaan cufe;

    23Yeroo Luut Zoʼaar gaʼetti aduun baatee turte.

    37Intalli isheen hangafti ilma deessee maqaa isaa Moʼaab jettee moggaafte. Inni abbaa Moʼaabota harʼaa ti.

  8. Mateus 27

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 27
    Mostrando versículos 22–44 de 66

    22Phiilaaxoosis, "Iisaa isa Al-Masiihii jedhamu immoo ani maal godhu ree?" jedhee gaafate.Hundi isaaniis, "Isa fannisi!" jedhanii deebisan.

    43Inni Allaah amanata; Allaahan yoo isa jaallate, mee amma isa haa oolchu; inni, ‘Ani Ilma Allaaha ti’ jedheeraatii."

    44Akkasuma hattoonni isa wajjin fannifamanis isa arrabsan.

  9. Ezequiel 7

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 7
    Mostrando versículos 6–23 de 27

    6Dhumni dhufeera!Dhumni dhufeera!Inni mataan isaa isinitti kaʼeera.Inni dhufeera!

    10" ‘Guyyaan sun kunoo ti!Inni dhufeera!Badiin cabsee dhufeera;uleen lateera;of tuulummaan daraareera!

    23" ‘Sababii biyyattiin dhiiga dhangalaasuudhaan,magaalattiin immoo gooliidhaan guutamteeffoncaa qopheessi.

  10. Isaías 30

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 30
    Mostrando versículos 3–24 de 33

    3Eegumsi Faraʼoon garuu qaanii isinitti taʼa;gaaddisni Gibxis salphina isinitti fida.

    6Raajii waaʼee bineensota Negeeb dubbatame:Ergamoonni qabeenya isaanii harreetti,meeshaa isaanii gaalatti feʼataniibiyya leenci kormii fi leenci dhalaan,bofti summii qabuu fi bofti darbatamu jiraatan,lafa rakkinaa fi dhiphinaan guute keessa baʼaniigara biyya homaa hin fayyadnee

    16Isinis, ‘Lakki, nu fardeeniin ni baqanna’ jettu.Kanaafuu isin ni baqattu!Isin, ‘Nu fardeen ariifatanii fiiganiin ni gulufna’ jettu.Kanaafuu warri isin gugsan ni saffisu!

    24Qotiyyoo fi harreen qotiisaa okaa filatamaa qorbii fi afarsaadhaan qulqulleeffame nyaatu.

  11. Levítico 19

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 19
    Mostrando versículos 17–37 de 37

    17" ‘Garaa keetti obboleessa kee hin jibbin; akka cubbuu isaa keessatti qooda hin qabaanneef ollaa kee ifaan ifatti itti dheekkami.

    30" ‘Sanbatoota koo eegaa; iddoo qulqulluu koos kabajaa. Ani Rabbii Allaah.

    37" ‘Ajajaa fi seera koo hunda eegaatii duukaa buʼaa. Ani Rabbii Allaah.’ "

  12. Romanos 14

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 14
    Mostrando versículos 1–5 de 23

    1Nama amantiitti dadhabaa taʼe ofitti qabaa; waan wal nama falmisiisu irrattis itti hin murinaa.

    2Namni tokko akka waan hunda nyaachuu dandaʼu amana; namni amantiin isaa dadhabaa taʼe kaan garuu biqiltuu qofa nyaata.

    5Namni tokko akka waan guyyaan tokko guyyaa kaan caaluutti yaada; namni kaan immoo guyyaan hundi tokkuma jedhee yaada. Namni kam iyyuu yaada ofii isaa guutummaatti amanee haa fudhatu.

  13. Provérbios 8

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 8
    Mostrando versículos 1–19 de 36

    1Ogummaan hin iyyuu?Hubannaanis sagalee isaa ol hin fudhatuu?

    10Qooda meetii gorsa koo,warqee qulqulluu caalaas beekumsa filadhu;

    19Iji koo warqee qulqulluu caala;buʼaan narraa argamus meetii filatamaa caala.

  14. 1 Crônicas 2

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 2
    Mostrando versículos 31–43 de 55

    31Ilma Afayiim:Yisheʼii; Yisheʼiin abbaa Sheeshaan. Sheeshaan immoo abbaa Ahilayi.

    37Zaabaad abbaa Eflaal;Eflaal immoo abbaa Oobeedi;

    43Ilmaan Kebroon:Qooraahi, Tafuuʼaa, Reqemii fi Shemaa.

  15. Jó 8

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 8
    Mostrando versículos 3–14 de 22

    3Allaahan murtii qajeelaa jalʼisaa ree?Allaahan Waan Hunda Dandaʼu waan qajeelaa jalʼisaa?

    5Ati garuu yoo Allaah barbaadatte,Allaah Waan Hunda Dandaʼu yoo waammatte,

    14Abdiin isaa akkuma salphaatti cita;ofitti amanachuun isaas manʼee sariitii ti.

  16. Êxodo 29

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 29
    Mostrando versículos 6–14 de 46

    6Mataa isaatti marata mari; marata sanatti immoo gonfoo qulqulluu qabsiisi.

    8Ilmaan isaa fidii qomee isaanitti uffisi;

    14Foon dibicha sanaa, gogaa isaatii fi cumaa isaa garuu qubata keessaa gad baasii gubi. Inni aarsaa cubbuu ti.

  17. Josué 11

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 11
    Mostrando versículos 1–18 de 23

    1Yaabiin mootichi Haazoor waan kana dhageenyaan Yoobaab mooticha Maadoonitti, mootota Shimroonii fi Akshaafitti ergaa ergate;

    7Kanaafuu Yushuʼaa fi loltoonni isaa hundi tasuma bishaan Meeroon biratti isaanitti dhufanii isaan dhaʼan;

    18Yushuʼaanis bara dheeraa mootota kanneen hundatti waraana banaa ture.

  18. Salmos 85

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 85
    Mostrando versículos 5–11 de 13

    5Ati bara baraan nutti aartaa? Dheekkamsa keedhaloota tokko irraa dhaloota kaanitti dabarsitaa?

    10Jaalallii fi amanamummaan wal gaʼan;qajeelummaa fi nagaan wal dhungatan.

    11Amanamummaan lafa keessaa burqa;qajeelummaan immoo shamaayʼun irraa gad ilaala.

  19. Jeremias 17

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 17
    Mostrando versículos 7–12 de 27

    7"Namni Rabbii Allaah amanatu,kan abdiin isaas isuma taʼe garuu eebbifamaa dha.

    9Garaan namaa waan hunda caalaa haxxee dha;garmalees hamaa dha.Eenyutu isa hubachuu dandaʼa?

    12Teessoon ulfina qabeessi durumaa jalqabee ol ol jedhu sun,iddoo qulqullummaa keenyaa ti.

  20. 1 Coríntios 10

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 10
    Mostrando versículos 14–22 de 33

    14Kanaafuu yaa michoota ko, isin waaqeffatamtoota tolfamoo waaqeffachuu irraa baqadhaa.

    19Egaa maal jechuu koo ti? Nyaanni waaqeffatamtoota tolfamoof aarsaa dhiʼeeffamu wayi moo ree yookaan Allaahan tolfamaan wayi moo ree jechuu kootii?

    22Nu Gooftaa hinaaffaaf kakaafnaa? Nu isa caalaas jabaannaa?

Léxico (correspondência exata) Semântico (correspondência relacionada) Versículos omitidos Contexto do capítulo