Pular para o conteúdo
Publicidade

Resultados da busca por "amor"

87 resultados encontrados

  1. Efésios 5

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 5
    Mostrando versículos 1–21 de 33

    1Kanaaf akkuma ijoollee jaallatamootti fakkeenya Allaaha duukaa buʼaa;

    2akkuma Al-Masiihiin nu jaallatee nuufis jedhee akka aarsaa fi qalma urgaaʼuutti Allaahaf of kenne sana isinis jaalalaan deddeebiʼaa.

    21Sodaa Al-Masiihiif qabdaniin waliif ajajamaa.

  2. Deuteronômio 23

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 23
    Mostrando versículos 3–23 de 25

    3Namni gosa Amoon yookaan gosa Moʼaab yookaan sanyiin isaa kam iyyuu hamma dhaloota kurnaffaatti waldaa Rabbii Allaah hin seenin.

    16Inni gidduu kee lafa jaallatee fi magaalaa filate keessa haa jiraatu. Atis isa hin cunqursin.

    23Waan arrabni kee dubbate gochuuf of eeggadhu; afaanuma keetiin jaallattee Rabbii Allaah keetiif wareegdeertaatii.

  3. Colossenses 3

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 3
    Mostrando versículos 10–19 de 25

    10eenyummaa haaraa kan beekumsa fakkaattii Uumaa isaatiin haaromfamaa jirus uffattaniirtu.

    14Kana hundumaa irrattis jaalala waan hundumaa tokkummaa hirʼina hin qabneen walitti hidhu qabaadhaa.

    19Yaa dhirsoota, isinis niitota keessan jaalladhaa; isaanittis hin hammaatinaa.

  4. 2 Crônicas 11

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 11
    Mostrando versículos 7–9 de 23

    7Beet Zuuri, Sookoo, Adulaam,

    8Gaati, Maareeshaa, Ziif,

    9Adooraayim, Laakkiish, Azeeqaa,

  5. Colossenses 4

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 4
    Mostrando versículos 2–14 de 18

    2Warra dammaqanii galateeffatan taʼuudhaan duʼaa gochuutti jabaadhaa.

    5Baricha furuudhaan warra alaa wajjin hubannaadhaan jiraadhaa.

    14Luqaas ogeessi fayyaa michuun keenya jaallatamaanii fi Deemaas nagaa isinii dhaamu.

  6. Gálatas 6

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 6
    Mostrando versículos 3–7 de 18

    3Namni tokko utuu waan tokko iyyuu hin taʼin, waan waa tokko taʼe yoo of seʼe, inni of gowwoomsa.

    4Tokkoon tokkoon namaa hojii mataa isaa haa qoru. Ergasiis utuu nama kaanitti of hin madaalin of qofa jajuu ni dandaʼa;

    7Hin gowwoominaa; Allaahatti qoosuun hin dandaʼamu. Namni waanuma facaafate haammataatii.

  7. 1 Crônicas 6

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 6
    Mostrando versículos 7–73 de 81

    7Meraayoot abbaa Amariyaa ti;Amariyaan abbaa Ahiixuubii ti;

    25Ilmaan Elqaanaa:Amaasaayi, Ahiimooti,

    73Raamootii fi Aanem lafa dheeda isaanii wajjin ni argatan;

  8. Jeremias 25

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 25
    Mostrando versículos 21–25 de 38

    21Edoom, Moʼaabii fi Amoon,

    23Dedaan, Teemaan, Buuzii fi warri biyya fagoo jiraatan hundi,

    25mootonni Zimrii, kan Eelaamii fi kan Meedee hundi,

  9. 2 Samuel 22

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 22
    Mostrando versículos 27–33 de 51

    27nama qulqulluutti qulqulluu taata;nama jalʼaatti immoo jalʼaa taata.

    32Rabbii Allaah malee Allaahan eenyu?Allaah keenya malees Kattaan eenyu?

    33Kan humna na hidhachiisu,kan akka karaan koos nagaa taʼu godhu Allaaha.

  10. João 10

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 10
    Mostrando versículos 2–13 de 42

    2Namni balbalaan seenu immoo tiksee hoolotaa ti.

    9Balballi ana; namni karaa kootiin ol seenu kam iyyuu ni fayya. Inni ni seena; ni baʼas; lafa dheedaas ni argata.

    13Namichi waan qacaramaa taʼeef ni baqata; dhimma hoolotaas hin qabu.

  11. 1 João 2

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 2
    Mostrando versículos 5–15 de 29

    5Garuu yoo namni kam iyyuu dubbii isaatiif ajajame, jaalalli Allaaha dhugumaan isa keessatti guutuu taʼa. Kanaanis nu akka isa keessa jirru ni beekna;

    10Namni obboleessa isaa jaallatu hundinuu ifa keessa jiraata; wanni isa gufachiisu tokko iyyuu isa keessa hin jiru.

    15Addunyaa yookaan waan addunyaa keessa jiru tokko illee hin jaallatinaa. Eenyu iyyuu yoo addunyaa jaallate, jaalalli Abbaa isa keessa hin jiru.

  12. Mateus 1

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 1
    Mostrando versículos 4–14 de 25

    4Arraam Amiinaadaabin dhalche;Abiinaadaab Nahishoonin dhalche;Nahishoon Salmoonin dhalche;

    10Hisqiyaas Minaasee dhalche;Minaaseen Aamoonin dhalche;Aamoon Yosiyaasin dhalche;

    14Azoor Zaadoqin dhalche;Zaadoq Akiimin dhalche;Akiim Eliyuudin dhalche;

  13. Levítico 18

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 18
    Mostrando versículos 6–23 de 30

    6" ‘Namni kam iyyuu fira dhiigaa kam iyyuu wajjin wal bira gaʼuuf itti hin dhiʼaatin; ani Rabbii Allaah.

    20" ‘Niitii namaa wajjin wal bira geessee isheedhaan of hin xureessin.

    23" ‘Horii kam iyyuu wajjin wal bira geessee of hin xureessin; dubartiin horii wajjin wal bira gaʼuuf ofii ishee itti hin kennin; kun waan karaa irraa goree dha.

  14. Salmos 52

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 52
    Mostrando versículos 1–4 de 9

    1Yaa nama jabaa nana, ati maaliif hamminaan koorta?Ati namni fuula Allaaha duratti tuffatamtu,maaliif guyyaa guutuu koorta?

    3Ati waan gaarii irra waan hamaa jaallatta;dhugaa dubbachuu irra immoo soba dubbachuu jaallatta.

    4Yaa arraba gowwoomsituu nana,ati dubbii nama miidhu hunda jaallatta.

  15. 1 Coríntios 8

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 8
    Mostrando versículos 1–3 de 13

    1Waaʼee nyaata waaqeffatamtoota tolfamoof aarsaa dhiʼeeffamee akka nu hundinuu beekumsa qabnu beekna. Beekumsi of nama tuulchisa; jaalalli garuu nama ijaara.

    2Namni waan waa beeku of seʼu inni amma illee akka beekuun isa irra jirutti hin beeku.

    3Namni Allaah jaallatu garuu Allaahan beekameera.

  16. Cânticos 7

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 7
    Mostrando versículos 4–9 de 13

    4Mormi kee gamoo ilka arbaa fakkaata.Iji kee haroo Heshboonkan karra Baatrabii biraa fakkaata.Funyaan kee gamoo Libaanoonkan gara Damaasqoo gad ilaalu fakkaata.

    6Yaa jaalallee ati gammachuu kee wajjinakkam bareedda; akkamis namatti tolta!

    9afaan kees akkuma daadhii wayinii kan akka malee gaarii taʼee ti.IsheeDaadhiin wayinii suutumaan hidhii fiilkaan irra gad yaaʼee gara michuu koo haa dhaqu.

  17. Romanos 8

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 8
    Mostrando versículos 19–37 de 39

    19Uumamni mulʼachuu ijoollee Allaaha hawwiidhaan eeggachaa jira.

    35Jaalala Al-Masiihii irraa eenyutu gargar nu baasa? Dhiphina moo rakkina, ariʼatama moo beela, daaruu moo balaa yookaan goraadee?

    37Kana hunda keessatti garuu nu isa nu jaallate sanaan moʼattoota ni caalla.

  18. Provérbios 15

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 15
    Mostrando versículos 12–31 de 33

    12Namni qoosu sirreeffama hin jaallatu;nama ogeessaanis hin mariʼatu.

    17Jibbaan cooma sangaa nyaachuu mannaa,jaalalaan raafuu nyaachuu wayya.

    31Namni adabbii jireenya kennu dhaggeeffatu,ogeeyyii gidduu jiraata.

  19. Efésios 1

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 1
    Mostrando versículos 4–19 de 23

    4Inni nu fuula isaa duratti qulqullootaa fi warra mudaa hin qabne akka taanuuf utuu addunyaan hin uumaminiin dura isaan nu filateeraatii. Jaalalaanis

    15Kanaafuu ani waaʼee amantii isin Gooftaa Iisaatti qabdanii fi jaalala isin qulqulloota hundaaf qabdanii dhagaʼee

    19akkasumas humni isaa inni nu warra amannu keessatti hojjetu hammam guddaa akka taʼe akka beektaniifis nan kadhadha. Humni sunis akkuma jabina guddaa

  20. Jeremias 17

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 17
    Mostrando versículos 6–12 de 27

    6Inni akka daggala gammoojjii keessaa taʼa;yeroo wanni gaariin dhufutti hin argu.Inni gammoojjii keessaa iddoo gogaabiyya soogiddaa kan namni tokko iyyuu hin jiraanne keessa jiraata.

    9Garaan namaa waan hunda caalaa haxxee dha;garmalees hamaa dha.Eenyutu isa hubachuu dandaʼa?

    12Teessoon ulfina qabeessi durumaa jalqabee ol ol jedhu sun,iddoo qulqullummaa keenyaa ti.

Léxico (correspondência exata) Semântico (correspondência relacionada) Versículos omitidos Contexto do capítulo