Pular para o conteúdo
Publicidade

Resultados da busca por "amor"

87 resultados encontrados

  1. Gênesis 5

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 5
    Mostrando versículos 1–5 de 32

    1Kun galmee sanyii Aadam.Allaahan yeroo nama uumetti akka fakkeenya Allaahatti isa tolche.

    2Innis dhiiraa fi dubartii taasisee isaan uume; isaan eebbises. Yeroo uumamanis "Nama" jedhee isaan waame.

    5Walumatti Aadam waggaa 930 jiraatee duʼe.

  2. 1 Coríntios 16

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 16
    Mostrando versículos 14–24 de 24

    14Wanni isin hojjettan hundinuu jaalalaan haa taʼu.

    22Namni Gooftaa hin jaallanne kam iyyuu haa abaaramu. Yaa Gooftaa kottu.

    24Jaalalli koo Al-Masiihii Iisaadhaan hunduma keessan wajjin haa taʼu. Ameen.

  3. Salmos 136

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 136
    Mostrando versículos 1–10 de 26

    1Rabbii Allaahaf galata galchaa; inni gaariidhaatii.Jaalalli isaa bara baraan jiraata.

    2Allaah waaqeffatamtootaatiif galata galchaa.Jaalalli isaa bara baraan jiraata.

    10inni hangafa Gibxi dhaʼe;Jaalalli isaa bara baraan jiraata.

  4. 1 João 3

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 3
    Mostrando versículos 1–18 de 24

    1Nu akka ijoollee Allaaha jedhamnee waamamnuuf jaalalli Abbaan nurratti dhangalaase akkam guddaa dha! Nus akkasuma ijoollee isaa ti! Addunyaan waan isa hin beekiniif nu hin beeku.

    14Nu sababii obboloota jaallannuuf duʼa keessaa gara jireenyaatti akka ceene ni beekna. Namni obboleessa isaa hin jaallanne duʼa keessa jiraata.

    18Yaa ijoollee jaallatamoo, kottaa dubbiin yookaan afaan qofaan utuu hin taʼin hojii fi dhugaadhaan jaallannaa.

  5. Romanos 16

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 16
    Mostrando versículos 6–16 de 27

    6Mariyaam ishee baayʼee isinii dhamaatettis nagaa naa himaa.

    8Amphiliyaaxos isa ani Gooftaadhaan jaalladhutti nagaa naa himaa.

    16Dhungoo qulqulluudhaan nagaa wal gaafadhaa.Waldaaleen Al-Masiihii hundinuu nagaa isinii dhaamu.

  6. Provérbios 14

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 14
    Mostrando versículos 22–33 de 35

    22Namni hammina yaadu karaa irraa hin baduu?Warri waan gaarii karoorsan garuu jaalalaa fi amanamummaa argatu.

    30Garaan nagaa qabu dhagnaaf jireenya kenna;hinaaffaan garuu lafee tortorsa.

    33Ogummaan qalbii nama waa hubatuu keessa jirti;garaa gowwootaa keessatti garuu hin beekamtu.

  7. Cânticos 8

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 8
    Mostrando versículos 4–7 de 14

    4Yaa intallan Yerusaalem, ani isin kakachiisa;hamma isheen ofumaan feetee kaatuttijaalala hin tuttuqinaa yookaan hin dadammaqsinaa.Michoota

    6Akkuma chaappaatti laphee kee irra,akkuma chaappaatti irree kee irra na kaaʼadhu;jaalalli akkuma duʼaa jabduudhaatii;hinaaffaan isaas akkuma qabrii hamaa dha.Inni akkuma ibidda balaliʼuu,akkuma arraba ibidda jabaa bobaʼa.

    7Bishaan baayʼeen jaalala dhaamsuu hin dandaʼu;lagnis dhiqee isa balleessuu hin dandaʼu.Namni tokko qabeenya mana isaa hundayoo jaalalaaf kenneqabeenyi sun guutumaan guutuutti ni tuffatama.Michoota

  8. Salmos 34

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 34
    Mostrando versículos 8–14 de 22

    8Akka Rabbii Allaahan gaarii taʼe mee miʼeeffadhaa ilaalaa;namni isatti kooluu galu eebbifamaa dha.

    12Namni jireenya jaallatu, kan bara gaarii arguudhaafisbara baayʼee hawwu eenyu?

    14Hammina irraa deebiʼi; gaarii hojjedhu;nagaa barbaadi; duukaa buʼis.

  9. 1 Coríntios 14

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 14
    Mostrando versículos 1–32 de 40

    1Karaa jaalalaa duukaa buʼaa; kennaawwan Hafuuraa, keessumattuu kennaa raajii cimsaatii barbaadaa.

    2Namni afaan haaraan dubbatu kam iyyuu Allaahatti malee namootatti hin dubbatuutii. Dhugumaan namni tokko iyyuu isa hin hubatu; inni Hafuuraan icciitii dubbata.

    32Hafuuronni nabiiʼiyyootaa nabiiʼiyyootaaf ni ajajamu.

  10. Romanos 4

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 4
    Mostrando versículos 3–23 de 25

    3Katabbiin Qulqulluun maal jedha? "Ibraahim Allaah amane; kunis qajeelummaatti lakkaaʼameef."4:3 Uma 15:6

    9Eebbi kun warra dhagna qabatan qofaaf moo warra dhagna hin qabatiniifis? Ibraahimiif amantiin isaa qajeelummaatti lakkaaʼame jenneerraatii.

    23Dubbiin, "Qajeelummaatti isaaf lakkaaʼame" jedhu kun Ibraahim qofaaf hin barreeffamne;

  11. Provérbios 26

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 26
    Mostrando versículos 7–18 de 28

    7Afaan nama gowwaa keessatti,fakkeenyi akkuma miilla naafaa ti.

    10Namni gowwaa yookaan kara deemaa qaxaratuakkuma adamsaa nama hunda xiyyaan madeessuu ti.

    18Akkuma maraatuu ibidda yookaan xiyyanamatti gad dhiisu tokkoo

  12. Salmos 103

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 103
    Mostrando versículos 4–15 de 22

    4jireenya kee boolla irraa ni baraara;jaalalaa fi gara laafinaan si gonfa;

    8Rabbii Allaahan gara laafessaa fi arjaa dha;inni aaruuf hin ariifatu; jaalalli isaas baayʼee dha.

    15Barri namaa akkuma margaa ti;akka abaaboo dirrees ni misa;

  13. 1 Coríntios 7

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 7
    Mostrando versículos 18–34 de 40

    18Namni tokko waamamuu isaatiin dura dhagna qabatee ture? Inni nama dhagna hin qabatin taʼuu hin qabu. Namni tokko waamamuu isaatiin dura dhagna hin qabannee? Inni dhagna hin qabatin.

    33Namni fuudhe garuu niitii isaa gammachiisuuf dhimma addunyaatti dhimma;

    34fedhiin isaas gargar qoodameera. Dubartiin hin heerumin yookaan durbi qulqulluun dhagnaa fi hafuuraan qulqulluu taʼuuf dhimma Gooftaatti dhimmiti. Dubartiin heerumte garuu dhirsa ishee gammachiisuuf dhimma addunyaatti dhimmiti.

  14. Romanos 15

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 15
    Mostrando versículos 2–33 de 33

    2Tokkoon tokkoon keenya ollaa keenya ijaaruuf, akka isatti toluuf waan isa gammachiisu gochuu qabna.

    7Kanaaf akkuma Al-Masiihiin ulfina Allaahatiif jedhee isin simatetti isinis wal simadhaa.

    33Allaahan nagaa hunduma keessan wajjin haa taʼu. Ameen.

  15. Provérbios 10

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 10
    Mostrando versículos 11–31 de 32

    11Afaan nama qajeelaa burqaa jireenyaa ti;afaan hamootaa irra garuu jeequmsatu lolaʼa.

    12Jibbi lola kakaasa;jaalalli garuu balleessaa hunda haguuga.

    31Afaan nama qajeelaa ogummaa dubbata;arrabni jalʼaan garuu ni kutama.

  16. Salmos 57

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 57
    Mostrando versículos 3–10 de 11

    3Inni shamaayʼun irraa ergee na oolcha;warra akka malee na ariʼan ni ifata;Allaahan jaalala isaatii fi amanamummaa isaa ni erga.

    8Yaa lubbuu ko, dammaqi!Yaa kiraaraa fi baganaa dammaqaa!Anis ganamaan nan dammaqa.

    10Jaalalli kee guddaa dha; shamaayʼuniiwwanis gaʼaatii;amanamummaan kees shamaayʼuniiwwan qaqqaba.

  17. Provérbios 22

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 22
    Mostrando versículos 1–11 de 29

    1Maqaan gaariin badhaadhummaa guddaa caalaa filatamaa dha;kabajamuunis meetii fi warqee caala.

    7Sooressi hiyyeessa bulcha;liqeeffataan garbicha liqeessituu ti.

    11Nama qulqullina garaa jaallatuu fidubbiin isaa namatti tolu mootiin michuu isaaf taʼa.

  18. Salmos 88

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 88
    Mostrando versículos 10–12 de 18

    10Ati dinqii kee warra duʼanitti ni argisiiftaa?Warri duʼanis kaʼanii si galateeffatuu?

    11Jaalalli kee qabrii keessatti,amanamummaan kee immoo Qilee keessatti ni labsamaa?

    12Dinqiiwwan kee dukkana keessatti,yookaan qajeelummaan kee biyya irraanfannaa keessatti ni beekamaa?

  19. Provérbios 7

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 7
    Mostrando versículos 17–27 de 27

    17Ani qumbiin, argeessaa fi qarafaansiree koo urgeesseera.

    18Kottu mee hamma bariitti gad fageenya jaalalaa walii wajjin dhugnaa;kottu jaalalaan of gammachiifnaa!

    27Manni ishee karaa qileetti nama geessu,kan gola duʼaatti gad nama buusuu dha.

  20. Salmos 133

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 133
    Mostrando versículos 1–3 de 3

    1Obboloonni tokkummaadhaan walii wajjin jiraachuun,akkam gaarii dha! Akkam namatti tolas!

    2Kun akka zayitii gatii guddaakan mataa irratti dhangalaafamee,akka isa areeda irra gad yaaʼuu,areeda Haaruun irra, morma uffata isaa irras gad yaaʼa ti.

    3Innis akkuma fixeensa Hermoon,kan Tulluu Xiyoon irra gad yaaʼuu ti.Achi irratti Rabbii Allaahan hamma bara baraatti eebba isaa,jireenyas ajajeeraatii.

Léxico (correspondência exata) Semântico (correspondência relacionada) Versículos omitidos Contexto do capítulo