Pular para o conteúdo
Publicidade

Resultados da busca por "fé"

276 resultados encontrados

  1. 2 Reis 8

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 8
    Mostrando versículos 2–22 de 29

    2Dubartiin sunis kaatee akkuma namni Allaaha sun jedheen goote. Ishee fi maatiin ishee dhaqanii biyya Filisxeemotaa keessa waggaa torba jiraatan.

    9Hazaaʼeelis waan Damaasqoo keessaa akka malee gaggaarii taʼe fudhatee kennaa feʼiisa gaala afurtamaatiin Al-yaasaʼaa simachuu dhaqe. Ol seenees fuula isaa dura dhaabatee, "Ilma kee Ben-Hadaad mooticha Sooriyaatu, ‘Ani dhukkuba kana irraa hafaa?’ jedhee sitti na erge" jedheen.

    20Bara Yooraam keessa Edoom Yihuudaatti fincilee mootii ofii isaa moosifate.

    22Edoom hamma harʼaatti illee akkuma Yihuudaatti finciletti jira. Libnaanis yeruma sanatti fincile.

  2. Colossenses 4

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 4
    Mostrando versículos 5–12 de 18

    5Baricha furuudhaan warra alaa wajjin hubannaadhaan jiraadhaa.

    7Xikiqoos oduu waaʼee kootii hunda isinitti ni hima. Inni obboleessa jaallatamaa, tajaajilaa amanamaa fi Gooftaatti garbicha hidhata koo taʼee dha.

    12Ephaafiraan inni isin keessaa tokko taʼee fi tajaajilaan Al-Masiihi Iisaa nagaa isinii dhaama. Innis akka isin fedhii Allaaha hundaan bilchaatoo fi guutuu taatanii jabaattanii dhaabattaniif yeroo hunda duʼaadhaan isinii dadhabaa jira.

  3. Gálatas 3

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 3
    Mostrando versículos 3–26 de 29

    3Isin akkas gowwaadhaa? Hafuura Qulqulluudhaan jalqabdanii amma immoo fooniin fixxuu ree?

    9Kanaaf warri amantii qaban, Ibraahim nama amantii sana wajjin eebbifaman.

    26Hundi keessan amantii Al-Masiihi Iisaatti qabdaniin ijoollee Allaaha ti;

  4. 1 Samuel 8

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 8
    Mostrando versículos 17–21 de 22

    17Bushaayee keessan keessaa harka kudhan keessaa harka tokko ni fudhata; isin mataan keessanuu garboota isaa taatu.

    20Ergasiis akkuma saboota kaanii taana; mootiin keenyas nu hooggana; nu dura baʼees lola keenya nuu lola."

    21Saamuʼeel yeroo waan namoonni sun jedhan hunda dhagaʼetti fuula Rabbii Allaah duratti waanuma sana deebisee dubbate.

  5. Filipenses 1

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 1
    Mostrando versículos 5–24 de 30

    5isin guyyaa jalqabaatii hamma ammaatti injiila lallabuu keessatti hirmaattaniirtuutii;

    18Yoos wanni kun maal qaba ree? Wanni barbaachisaan fakkeessuunis taʼu yookaan dhugaan karaa kam iyyuu Al-Masiihiin lallabamuu isaa ti. Sababii kanaaf ani akka malee nan gammada.Eeyyee ani ittuma fufee nan gammada;

    24isiniif garuu fooniin turuun koo caalaa barbaachisaa dha.

  6. Miquéias 7

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 7
    Mostrando versículos 4–16 de 20

    4Kan isaan hunda caalaa gaarii taʼe akka sokorruu ti;inni akka malee qajeelaan immoo dallaa qoraattii caala.Guyyaan eegdota keetii,guyyaan itti Allaahan si ilaalu dhufeera.Amma yeroo itti isaan joonjaʼanii dha.

    5Ollaa hin amanatin;michuus hin abdatin.Ishee hammattee ciiftu biratti iyyuuarraba kee eeggadhu.

    16Saboonni arganii ni qaanaʼu;humna ofii hunda iyyuu ni dhabu.Isaan afaan isaanii qabatu;gurri isaaniis ni duuda.

  7. Neemias 11

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 11
    Mostrando versículos 26–33 de 36

    26Yeeshuʼaa keessa, Molaadaa keessa, Beet Phelexi keessa,

    28Siiqlaagi keessa, Mekoonaa fi gandoota ishee keessa,

    33Haazoor keessa, Raamaa fi Gitayim keessa,

  8. Lamentações 3

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 3
    Mostrando versículos 7–35 de 66

    7Inni akka ani hin miliqneef dallaa natti ijaare;foncaa ulfaatus natti feʼe.

    23Isaan ganama hunda haaraa dha;amanamummaan kees guddaa dha.

    26Fayyisuu Rabbii Allaahcalʼisanii eeggachuun gaarii dha.

    35yommuu fuula Allaah Waan Hundaa Olii durattimirgi nama tokkoo dhiibamu,

  9. Isaías 7

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 7
    Mostrando versículos 7–9 de 25

    7Taʼus Rabbii Allaahan Gooftaan akkana jedha:" ‘Wanni kun hin raawwatu;wanni kun hin taʼu;

    8mataan Sooriyaa Damaasqoodhaatii;mataan Damaasqoo immoo Reziinii dha.Waggaa jaatamii shan keessatti,Efreem ni bittinnaaʼa; saba tokko taʼuun isaas ni hafa.

    9Mataan Efreem Samaariyaa dha;mataan Samaariyaa immoo ilma Remaaliyaa ti.Isin yoo amantii keessaniin jabaattanii dhaabachuu baattan;yoom iyyuu hin dhaabattan.’ "

  10. 2 Pedro 1

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 1
    Mostrando versículos 2–7 de 21

    2Beekumsa Allaahatii fi beekumsa Gooftaa keenya Iisaatiin ayyaanni haa baayʼatu. Assalaam aleeyikum.

    5Sababuma kanaaf amantii keessan irratti gaarummaa, gaarummaa irrattis beekumsa dabalachuuf waan isinii dandaʼame hunda godhaa;

    7Allaahatti buluu irratti jaalala obbolummaa, jaalala obbolummaa irratti immoo jaalala dhugaa dabaladhaa.

  11. 2 Coríntios 12

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 12
    Mostrando versículos 2–20 de 21

    2Namichi Al-Masiihitti jiru tokko waggaa kudha afur dura gara shamaayʼun sadaffaatti ol fudhatamuu isaa nan beeka. Innis dhagna fooniitiin taʼuu fi taʼuu baachuu isaa Allaahatu beeka malee ani hin beeku.

    8Wanni kun akka narraa fagaatuuf siʼa sadii Gooftaa nan kadhadhe.

    20Yeroo ani gara keessan dhufutti isin akka ani fedhu taatanii hin argamtan taʼa. Yookaan ani akka isin feetan taʼee hin argamu taʼa jedheen sodaadhaatii. Wal loluun, hinaaffaan, aariin bobaʼuun, wal qooduun, maqaa nama balleessuun, hamiin, of tuulummaanii fi jeequmsi isin gidduu jiraata jedheen sodaadha.

  12. Jó 12

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 12
    Mostrando versículos 10–20 de 25

    10Lubbuun uumama hundaa,hafuurri nama hundaas harka isaa keessa jira.

    19Luboota qullaa deemsisa;jajjabeeyyiis ni gaggaragalcha.

    20Gorsitoota amanamoo afaan qabachiisa;hubannaa jaarsoliis irraa fuudha.

  13. 2 João 1

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 1
    Mostrando versículos 2–7 de 13

    2kunis sababii dhugaa nu keessa jiraatuu fi isa bara baraan nu wajjin jiraatu sanaatiif:

    3Ayyaanni, araarrii fi nagaan Allaah Abbaa biraa, Iisaa Al-Masiihi Ilma Abbaa biraas, dhugaa fi jaalalaan nu wajjin ni taʼa.

    7Gowwoomsitoonni akka Iisaa Al-Masiihiin fooniin dhufe hin amanne hedduun addunyaa seenaniiru. Namni akkanaa kam iyyuu gowwoomsituu fi dajjaal Al-Masiihii dha.

  14. Lucas 1

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 1
    Mostrando versículos 15–70 de 80

    15inni fuula Gooftaa duratti guddaa taʼaatii. Daadhii wayinii yookaan dhugaatii nama macheessu gonkumaa dhuguu hin qabu;1:15 Kun dirqama addaa kan namni kakuu Naazirummaa of irraa qabu tokko guutuu qabuu dha. utuma garaa haadha isaa keessa jiruus Hafuura Qulqulluudhaan ni guutama.

    47hafuurri koos fayyisaa koo Allaahatti ni gammada;

    70akkuma afaan nabiiʼiyyoota isaa qulqulloota duriitiin dubbatetti

  15. 1 Timóteo 6

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 6
    Mostrando versículos 2–20 de 21

    2Warri gooftota amanan qabanis sababii isaan obboloota taʼaniif isaan hin tuffatin. Qooda kanaa warri tajaajila isaaniitiin fayyadaman sun waan isaan amantootaa fi jaallatamtoota taʼaniif ittuma cimsanii isaan haa tajaajilan.Atis waan kana barsiisi; gorsis.

    12Walʼaansoo amantii gaarii sana qabi. Jireenya bara baraa kan yeroo fuula dhuga baatota baayʼee duratti akka gaarii beeksiftetti itti waamamte sana jabeessii qabadhu.

    20Yaa Xiimotewos, waan imaanaa sitti kenname jabeessii eegi. Oduu Allaahan hin jaallannee fi yaada mormii kan sobaan "Beekumsa" jedhamu irraa fagaadhu;

  16. João 14

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 14
    Mostrando versículos 1–27 de 31

    1"Garaan keessan hin raafamin. Allaahatti amanaa; nattis amanaa.

    17inni Hafuura dhugaa ti. Addunyaan waan isa hin arginee fi waan isa hin beekneef isa fudhachuu hin dandaʼu. Isin garuu waan inni isin wajjin jiraatuuf, isin keessas waan jiruuf isa ni beektu.

    27Ani nagaa isin biratti nan hambisa; nagaa koos isiniif nan kenna. Ani akka addunyaan kennutti isiniif hin kennu. Garaan keessan hin raafamin; hin sodaatinis.

  17. Mateus 5

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 5
    Mostrando versículos 5–8 de 48

    5Warri garraamiin eebbifamoo dha;lafa ni dhaaluutii.

    7Araara qabeeyyiin eebbifamoo dha;araara ni argatuutii.

    8Warri garaan isaanii qulqulluu eebbifamoo dha;Allaah ni arguutii.

  18. 1 Reis 8

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 8
    Mostrando versículos 19–39 de 66

    19Taʼus namni mana qulqullummaa naaf ijaaru siʼi miti; garuu ilma kee isuma foon keetii fi dhiiga kee taʼetu ijaara; namni mana qulqullummaa Maqaa kootiif ijaaru isa.’

    32ati shamaayʼun irraa dhagaʼiitii tarkaanfii fudhadhu. Nama yakka qabu, yakka isaa matuma isaatti deebistee gatii isaa kennuufiidhaan, nama qajeelaa immoo akkuma qajeelummaa isaatti isaaf falmuudhaan garboota kee gidduutti murtii kenni.

    39ati shamaayʼun irraa, iddoo jireenya keetiitii dhagaʼi. Dhiifama godhiif; gargaaris. Si qofatu garaa namaa beekaatii, ati sababii garaa isaa beektuuf tokkoo tokkoo namaatiif akkuma hojii isaa hundaatti waan isaaf malu kenni;

  19. 2 Tessalonicenses 2

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 2
    Mostrando versículos 11–17 de 17

    11Kanaafuu Allaahan akka isaan soba amananiif waan nama wallaalchisu isaanitti erga;

    12kunis akka warra dhugaatti amanuu didanii jalʼinatti gammadan hundatti murtaaʼuuf.

    17hojii fi dubbii gaarii hunda keessatti garaa keessan haa jajjabeessu; isin haa cimsus.

  20. Efésios 6

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 6
    Mostrando versículos 7–18 de 24

    7Akka waan nama tajaajiltaniitti utuu hin taʼin akka waan Gooftaa tajaajiltaniitti garaa guutuun hojjedhaa;

    15qophaaʼummaa injiila nagaa akka kopheetti miilla keessanitti kaaʼadhaa dhaabadhaa.

    18Duʼaa fi waammata gosa hundaa keessatti yeroo hunda Hafuuraan duʼaa godhadhaa. Kanas yaadatti qabachaa yeroo hunda dammaqaatii qulqulloota hundaaf jabaadhaa duʼaa godhaa.

Léxico (correspondência exata) Semântico (correspondência relacionada) Versículos omitidos Contexto do capítulo