Pular para o conteúdo
Publicidade

Resultados da busca por "fé"

276 resultados encontrados

  1. 2 Reis 19

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 19
    Mostrando versículos 13–28 de 37

    13Mootiin Hamaati, mootiin Arfaad, mootiin magaalaa Seefarwaayim yookaan mootiin Heenaa yookaan mootiin Iwaa eessa jira?"

    23Ati karaa ergamoota keetiitiinGooftaatti qoosteerta.Ati akkanas jetteerta;"Ani gaariiwwan koo hedduudhaanfiixee tulluuwwaniitti,fiixee Libaanoon kan akka malee ol dheeratuttis ol baʼeera.Ani birbirsawwan isaa kanneen akka malee dhedheeroo,gaattiraawwan isaa filatamoo sanas ciccireera.Ani iddoowwan isaa kanneen akka malee ol fagoo,bosonoota isaa keessaa, mimmiidhagoo qaqqabeera.

    28Waan ati akka malee natti aartee guggubatteeof tuulummaan kee gurra koo gaʼeef,ani hokkoo koo funyaan kee keessa,luugama koo afaan kee keessa kaaʼeenakka ati karuma dhufte sanadeebitu sin godha.’

  2. Salmos 88

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 88
    Mostrando versículos 1–14 de 18

    1Rabbii Allaah, Allaah na fayyiftu,ani halkanii fi guyyaa fuula kee duratti nan iyyadha.

    11Jaalalli kee qabrii keessatti,amanamummaan kee immoo Qilee keessatti ni labsamaa?

    14Rabbii Allaah, ati maaliif na gatta?Fuula kees maaliif na duraa dhokfatta?

  3. 1 Coríntios 4

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 4
    Mostrando versículos 2–21 de 21

    2Warra imaanaan itti kenname sanas amanamoo taʼuutu irraa eegama.

    7Eenyutu akka ati warra kaan caaltu si godhe? Wanni Allaahan siif hin kennin kan ati qabdu maal faatu jira? Erga siif kennamee immoo akka waan kennaa hin taʼiniitti maaliif boonta ree?

    21Isin maal barbaaddu? Ani ulee qabadhee moo jaalalaa fi hafuura gad of qabuutiin gara keessan dhufa?

  4. Esdras 10

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 10
    Mostrando versículos 24–42 de 44

    24Faarfattoota keessaa:Eliyaashiib.Warra karra eegan keessaa:Shaluum, Telemii fi Uuri.

    30Sanyii Fahat Moʼaab keessaa:Adinaa, Kelaal, Benaayaa, Maʼaseyaa, Mataaniyaa, Bezaliʼeel, Binuuyii fi Minaasee.

    42Shaluum, Amariyaa fi Yuusuf.

  5. Amós 7

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 7
    Mostrando versículos 8–15 de 17

    8Rabbii Allaahanis, "Amoos, ati maal arguutti jirta?" jedhee na gaafate.Anis, "Tumbii nan arga" jedheen deebise.Gooftaanis akkana naan jedhe; "Kunoo ani saba koo Israaʼel gidduu tumbii tokko nan kaaʼa; ani siʼachi isaan hin baraaru.

    11Amoos akkana jedheeraatii:" ‘Yerobiʼaam goraadeedhaan duʼa;Israaʼelis dhugumaan boojiʼameebiyya isaatii ni fudhatama.’ "

    15Rabbii Allaahan garuu tika bushaayee keessaa na fuudhee, ‘Dhaqii saba koo Israaʼelitti raajii dubbadhu’ naan jedhe.

  6. Provérbios 19

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 19
    Mostrando versículos 1–22 de 29

    1Gowwaa daba dubbatuu mannaahiyyeessa amanamummaadhaan jiraatu wayya.

    8Namni qalbii qabu ofii isaa jaallata;namni hubannaa jaallatu ni milkaaʼa.

    22Wanni namni hawwu jaalala dhuma hin qabnee dha;sobduu taʼuu mannaa hiyyeessa taʼuu wayya.

  7. Hebreus 6

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 6
    Mostrando versículos 3–19 de 20

    3Nus yoo Allaahan jedhe waan kana ni goona.

    5warra gaarummaa dubbii Allaahatii fi humna bara dhufuuf jiru sanaa dhandhamatanii

    19Nus abdii kana akka hiituu dooniitti lubbuuf qabna. Abdiin kunis iddoo qulqulluu golgaa duuba jiru sana ol seena;

  8. 1 Crônicas 3

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 3
    Mostrando versículos 3–18 de 24

    3shanaffaan Shefaaxiyaa ilma Abiixaal;jaʼaffaan Yitreʼaam kan inni niitii isaa Eglaa irraa dhalchee dha.

    7Noogaa, Nefeg, Yaafiiyaa,

    18Malkiiraam, Phedaayaa, Shenaaxaar, Yeqameyaa, Hooshaamaa fi Nedaabiyaa.

  9. Atos 26

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 26
    Mostrando versículos 8–27 de 32

    8Akka Allaahan warra duʼan duʼaa kaasu isin maaliif akka waan hin amanamne tokkootti herregdu?

    22Ani garuu hamma guyyaa harʼaatti gargaarsa Allaaha qaba; kanaafuu ani dhaabadhee xinnaa guddaaf dhugaa baʼaan jira. Ani waan nabiiʼiyyoonnii fi Muusaan ‘Ni taʼa’ jedhanii dubbataniin alatti waan tokko illee hin dubbadhu.

    27Yaa Agriiphaa Mooticha, ati nabiiʼiyyoota ni amantaa? Akka ati amantu ani iyyuu beeka."

  10. Romanos 8

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 8
    Mostrando versículos 7–19 de 39

    7Yaadni foonii diina Allaaha ti; seera Allaahatiifis hin bulu. Buluus hin dandaʼu.

    16Akka nu ijoollee Allaaha taane kan hafuura keenya wajjin dhugaa baʼus Hafuuruma sana.

    19Uumamni mulʼachuu ijoollee Allaaha hawwiidhaan eeggachaa jira.

  11. Gênesis 45

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 45
    Mostrando versículos 2–23 de 28

    2Sababii inni guddisee booʼeef warri Gibxi ni dhagaʼan; warra masaraa Faraʼoon birattis ni dhagaʼame.

    9Ammas dafaa gara abbaa kootti deebiʼaatii akkana isaan jedhaa; ‘Ilmi kee Yuusuf akkana jedha: Allaahan Gibxi hunda irratti gooftaa na godheera. Gara kootti gad buʼi; hin turinis.

    17Faraʼoonis Yuusufiin akkana jedhe; "Obboloota keetiin akkana jedhi; ‘Waan kana godhaa: Horii keessan feʼadhaa biyya Kanaʼaaniitti deebiʼaatii

    18abbaan keessanii fi maatiiwwan keessan natti fidaa. Ani lafa biyya Gibxi keessaa lafa hunda caalu isiniif nan kenna. Isin cooma biyyattii ni nyaattu.’

    23wanni biyya Gibxi gaggaariin itti feʼame kudhan, akkasumas harroota dhaltuu midhaan, buddeenaa fi galaan biraa karaa isaatiif itti feʼame kudhan erge.

  12. Cânticos 8

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 8
    Mostrando versículos 4–9 de 14

    4Yaa intallan Yerusaalem, ani isin kakachiisa;hamma isheen ofumaan feetee kaatuttijaalala hin tuttuqinaa yookaan hin dadammaqsinaa.Michoota

    6Akkuma chaappaatti laphee kee irra,akkuma chaappaatti irree kee irra na kaaʼadhu;jaalalli akkuma duʼaa jabduudhaatii;hinaaffaan isaas akkuma qabrii hamaa dha.Inni akkuma ibidda balaliʼuu,akkuma arraba ibidda jabaa bobaʼa.

    9Utuu isheen dallaa dhagaa taateenu silaa gamoo meetii ishee irratti ijaarra ture.Utuu isheen balbala taateenu silaa birbirsaan ishee marsina.Ishee

  13. Números 33

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 33
    Mostrando versículos 23–31 de 56

    23Qehelaataadhaa kaʼanii Gaara Shaafer bira qubatan.

    30Hashmoonaadhaa kaʼanii Mooserooti qubatan.

    31Mooserootii kaʼanii Benee Yaaʼakaan qubatan.

  14. 2 Samuel 14

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 14
    Mostrando versículos 14–17 de 33

    14Nus akkuma bishaan lafatti dhangalaʼee deebiʼee hin waraabamneetti ni duuna. Allaahan garuu karaa namni biyyaa baqate sun ittiin deebiʼu barbaada malee akka inni isa irraa fagaatee hafu hin fedhu.

    16Mootichi waan kana dhagaʼee harka namicha anaa fi ilma koo dhaala Allaahan nuu kenne nu dhabsiisuu yaaluu jalaa garbittii isaa ni baasaatii.’

    17"Ammas garbittiin kee akkana jetti; ‘Sababii gooftaan koo mootichi waan gaarii fi hamaa gargari baasee beekuutti akkuma malaʼikkaa Allaaha taʼeef dubbiin gooftaa koo mootichaa boqonnaa naaf haa kennu. Rabbii Allaahan kee si wajjin haa taʼu.’ "

  15. Êxodo 25

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 25
    Mostrando versículos 1–24 de 40

    1Rabbii Allaahan Muusaadhaan akkana jedhe;

    7dhagaawwan sardooniksii, dooqa gati jabeessa, dirataa fi qomee irratti kaaʼatamuu dha.

    24Warqee qulqulluu itti uffisiitii naannoo isaatti marsaa warqee tolchi.

  16. 1 Pedro 1

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 1
    Mostrando versículos 3–21 de 25

    3Allaaha fi Abbaan Gooftaa keenya Iisaa Al-Masiihii haa eebbifamu! Inni araara isaa guddaa sanaan, warra duʼan keessaa kaʼuu Iisaa Al-Masiihiin abdii jiraataadhaaf lammata nu dhalche;

    9isin buʼaa amantii keessanii jechuunis fayyina lubbuu keessanii argachaa jirtuutii.

    21Isinis karaa isaatiin Allaah warra duʼan keessaa isa kaasee ulfina isaaf kenne sanatti amantu; kunis akka amantii fi abdiin keessan Allaah taʼuuf.

  17. Levítico 18

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 18
    Mostrando versículos 6–20 de 30

    6" ‘Namni kam iyyuu fira dhiigaa kam iyyuu wajjin wal bira gaʼuuf itti hin dhiʼaatin; ani Rabbii Allaah.

    19" ‘Yeroo dubartiin tokko xuraaʼummaa xurii jiʼaa of irraa qabdutti, bira gaʼuudhaaf jettee isheetti hin dhiʼaatin.

    20" ‘Niitii namaa wajjin wal bira geessee isheedhaan of hin xureessin.

  18. Eclesiastes 7

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 7
    Mostrando versículos 5–24 de 29

    5Sirba gowwootaa dhagaʼuu mannaaifannaa ogeessaa dhaggeeffachuu wayya.

    7Cunqursaan ogeessa gowwaa godha;mattaʼaanis sammuu nama xureessa.

    24Wanti jiru hundi fagoo dha; gad fagoo dha;eenyutu qoratee bira gaʼuu dandaʼa?

  19. Oséias 5

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 5
    Mostrando versículos 9–12 de 15

    9Guyyaa ifannaattiEfreem ni ona.Ani gosoota Israaʼel gidduuttiwaan mirkanaaʼe nan labsa.

    11Efreem sababii waaqeffatamtoota tolfamooduukaa buʼuu jaallateef akka malee hacuucameemurtiidhaan lafatti dhidhiitame.

    12Ani Efreemitti akka bilii,Yihuudaatti immoo akka daanaʼoo ti.

  20. Ezequiel 3

    Katabbiiwwan Qulqulluu, Turjumaana Ammayyaa Banamaa
    Capítulo 3
    Mostrando versículos 10–27 de 27

    10Innis akkana naan jedhe; "Yaa ilma namaa, waan ani sitti dubbadhu hunda sirriitti dhagaʼiitii garaatti qabadhu.

    11Amma gara saba kee warra boojiʼaman sanaa dhaqiitii isaanitti dubbadhu. Isaan dhagaʼanis dhagaʼuu baatanis, ‘Rabbii Allaahan Gooftaan akkana jedha’ jedhiin."

    27Ani yeroon sitti dubbadhutti garuu afaan kee siifan bana; atis, ‘Rabbii Allaahan Gooftaan akkana jedha’ isaaniin jetta. Namni dhagaʼuu barbaadu kam iyyuu haa dhagaʼu; namni dhagaʼuu hin barbaanne kam iyyuu dhagaʼuu haa dhiisu; isaan mana fincilaadhaatii.

Léxico (correspondência exata) Semântico (correspondência relacionada) Versículos omitidos Contexto do capítulo