Pular para o conteúdo
Publicidade

Efesoon 5

19 zabuuriidhaan, weedduu galataatii fi zabuurii Hafuuraatiin wal jalaa qabaa. Garaa keessan keessatti Gooftaaf faarfadhaatii muuziiqaa dhageessisaa; 20 yeroo hundas waan hundaaf maqaa Gooftaa keenya Iisaa Al-Masiihiin Allaah Abbaa galateeffadhaa.

Qajeelfama Maatiin Kiristaanaa Ittiin Jiraatu

21 Sodaa Al-Masiihiif qabdaniin waliif ajajamaa.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também