Pular para o conteúdo
Publicidade

Ibroota 3

4 Tokkoon tokkoon manaa namaan ijaaramaatii; kan waan hunda ijaare garuu Allaah. 5 Muusaan waan fuul duratti dubbatamuuf jiru dhugaa baʼuuf akka tajaajilaa tokkootti mana Allaaha hunda keessatti amanamaa ture.3:5 Lak 12:7 6 Al-Masiihiin garuu akka Ilmaatti mana Allaaha irratti amanamaa dha. Nus yoo ija jabina keenyaa fi abdii ittiin boonnu sana jabeessinee qabanne, nu mana isaa ti.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também