30 Iisaan akkana jedhee deebise; "Sagaleen kun sababii keessaniif dhufe malee sababii kootiif miti. 31 Yeroon itti addunyaa kanatti muramu amma; bulchaan addunyaa kanaas amma gad gatama. 32 Ani garuu yeroon lafa irraa ol fuudhamutti nama hunda ofitti nan harkisa."
Publicidade
Publicidade