Pular para o conteúdo
Publicidade

Yohannis 14

13 Akka Abbaan Ilmaan ulfina argatuuf ani waan isin maqaa kootiin kadhattan kam iyyuu nan raawwadha. 14 Yoo isin maqaa kootiin waan kam iyyuu na kadhattan ani nan raawwadha.

Iisaan Akka Hafuura Qulqulluu Erguu Abdachiise

15 "Isin yoo na jaallattan ajaja koo eegaa. 16 Ani Abbaa nan kadhadha; innis akka inni bara baraan isin wajjin jiraatuuf Jajjabeessaa biraa isinii kenna;

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também