Pular para o conteúdo
Publicidade

Yohannis 2

Iisaan Bishaan Gara Daadhii Wayiniitti Geeddaruu Isaa

1 Guyyaa sadaffaatti Qaanaa Galiilaa keessa cidha gaaʼelaatu2:1 Cidha gaaʼelaatu – Cidhi gaaʼelaa torban tokko guutuu fudhata ture. ture. Haati Iisaas achi turte; 2 Iisaa fi barattoonni isaa gara cidha sanaatti waamamanii turan.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também