Pular para o conteúdo
Publicidade

Yohannis 20

Iisaan Barattoota Isaatti Mulʼate

19 Guyyaa jalqaba torban sanaa galgala utuu barattoonni waan Yihuudoota sodaataniif balbala cufatanii walitti qabamanii jiranuu Iisaan dhufee isaan gidduu dhaabatee, "Assalaam aleeyikum" jedheen.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também