Pular para o conteúdo
Publicidade

João 3

5 Iisaanis akkana jedhee deebise; "Ani dhuguman, dhuguman sitti hima; namni yoo bishaanii fi Hafuura irraa dhalate malee mootummaa Allaahatti galuu hin dandaʼu. 6 Kan foon irraa dhalate foon; kan Hafuura irraa dhalate garuu hafuura.

Veja também