Pular para o conteúdo
Publicidade

Yohannis 5

17 Iisaan garuu, "Abbaan koo hamma ammaatti hojjechaa jira; anis hojjechaan jira" isaaniin jedhe. 18 Sababii kanaaf Yihuudoonni ittuma caalchisanii isa ajjeesuu barbaadan; inni Allaahan of qixxeessuudhaan Allaah iyyuu Abbaa ofii isaa godhee waamaa ture malee Sanbata qofa hin cabsine.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também