Publicidade

João 9

38 Namichi sunis, "Yaa Gooftaa, ani nan amana" jedhe; ni sagadeefis.

39 Iisaan immoo, "Warri hin argine akka arganiif, warri argan immoo akka jaamaniif ani murtiif gara addunyaa kanaa dhufeera" jedhe.

Veja também

Publicidade
Bíblia Online Bíblia Online

Bíblia Online • Versão: 2026-06-29_22-07-56-