Pular para o conteúdo
Publicidade

Abbootii Murtii 3

Naaʼod

12 Ammas Israaʼeloonni fuula Rabbii Allaah duratti waan hamaa hojjetan; sababii isaan waan hamaa kana hojjetaniif Rabbii Allaahan akka Egloon mootiin Moʼaab harka isaa isaanitti cimsuuf dabarsee isaan kenne. 13 Innis Amoonotaa fi Amaaleqoota walitti qabatee Israaʼeloota waraane; isaanis Magaalaa Meexxii qabatan.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também