40 Innis akkuma iddoo sana gaʼeen, "Isin akka qorumsatti hin galleef duʼaa godhadhaa" isaaniin jedhe.
46 Innis, "Isin maaliif raftu? Isin akka qorumsatti hin galleef kaʼaatii duʼaa godhadhaa" isaaniin jedhe.
22:47-53 kwf – Mat 26:47-56; Mar 14:43-50; Yoh 18:3-11