Ergamoota Kudha Lamaan
12 Iisaanis guyyoota sana keessaa gaaf tokko duʼaadhaaf tulluutti ol baʼe; halkan guutuus Allaah duratti duʼaa gochaa bule. 13 Innis yommuu lafti bariʼetti barattoota isaa ofitti waamee nama kudha lama isaan keessaa filate; ergamoota jedhees isaan moggaase.